Artistii Oromoo umrii dargaggummaasaatti humnoota mootummaan ugguramee hanga yoonaa achi buuteensaa dhabame Jireenyaa Ayyaanaa walleewwan aadaa fi warraaqsaan beekama. Bara 1963 (Akka Lakkoofsa ...
Aartii ijoollummaa isaa irraa jaalata. Dandeettiidhaanis hin komatamu. Aartii umamaan qabu barnootaan gabbiifatee, walleewwan Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa hanga jahaatamaa ta'an qajeelcheera.