Madda suuraa, RAYA ALAMATA COMM. Magaalaan Allaamaaxaa yeroo ammaa to’annoo raayyaa ittisaafi poolisii federaalaa jala seenuushee kantiibaan magaalattii Obbo Hayiluu Abarraa BBC’tti himan. Torban ...
Adde Ayishaa Mahaammad irra deebin Ministiira Raayyaa Ittisaa Itoophiyaa ta'uun muudaman. Yeroo MM Abiy Ahimad gara aangootti dhunfan Aadde Ayishaan ministiira raayyaa ittisaa ta'uun muudamanii ...