Waraanni Kaaba Itoophiyaa Hagayyaa darbe wayita deebi’ee hammaatetti humnoonni TPLF Walloo Kaabaa bakka marroo lammatii to’atan keessatti namoota ajjeesuufi mirga namootaa sarbuu jiraattoonni himan.
Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa Naannoo Amaaraa keessatti hidhattoota maqaa Faannoon socho'aniifi Oromiyaa keessattis hidhattoota WBO irratti tarkaanfii fudhachaa akka jiru beeksise. Hoogganaa ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results