Hordoftoota keenya! Odeeffannoon kun qabiyyee miira keessan jeequ of keessaa qabaachuu danda'a. Maqaan isaanii Aadde Muluu Alamuu jedhamu. Aanaa Noonnoo Ganda Halloo Dinkii jiraatu. Aadde Muluun ...
Finfinnee, Onkoloolessa 29, 2025: Manni Amantaa Ortoodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa ji’a Onkoloolessa kan qofaa keessa naannoo Oromiyaa Godina Arsiitti namootni 25 ajjeefamuu ibse. Manni Amantaa ...
Finfinnee, Onkoleessa 28, 2025: Itoophiyaan bara kana guddina dijiitii lamaa akka galmeessistu shakkii hin qabu jechuun Ministirri Muummee Abiy dubbtaniru. “Guddinni Itoophiyaa akka guddina kanaan ...